Faarfannaa 77:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ati kunuunsa* Musee fi Aaron jalatti,+Akkuma hoolotaatti saba kee geggeessiteetta.+ Isaayyaas 40:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+ Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,Qoma isaattis isaan ni baata. Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+ Ermiyaas 31:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin saboonni, dubbii Yihowaa dhagaʼaa,Odolawwan fagoo jiran gidduuttis akkana jedhaa labsaa:+ “Inni Israaʼeliin bittinneesse walitti isa ni qaba. Akkuma tikseen bushaayee isaa eegutti inni isa ni eega.+ Hisqiʼel 34:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani akkuma tiksee hoolota isaa warra bittinnaaʼan argatee sooraa jiruutti hoolota koo nan kunuunsa.+ Guyyaa duumessaa fi dukkana cimaatti+ bakka isaan itti bittinnaaʼan hundumaa keessaa isaan nan baasa. 1 Pheexiros 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.
11 Inni akkuma tikseetti bushaayee isaa ni kunuunsa.*+ Hoolota xobbaallaa irree isaatiin walitti ni qaba,Qoma isaattis isaan ni baata. Warra ilmoolee isaanii hoosisan suuta jedhee ni oofa.+
10 Isin saboonni, dubbii Yihowaa dhagaʼaa,Odolawwan fagoo jiran gidduuttis akkana jedhaa labsaa:+ “Inni Israaʼeliin bittinneesse walitti isa ni qaba. Akkuma tikseen bushaayee isaa eegutti inni isa ni eega.+
12 Ani akkuma tiksee hoolota isaa warra bittinnaaʼan argatee sooraa jiruutti hoolota koo nan kunuunsa.+ Guyyaa duumessaa fi dukkana cimaatti+ bakka isaan itti bittinnaaʼan hundumaa keessaa isaan nan baasa.
25 Isin akka hoolota karaa irraa badanii turtan;+ amma garuu gara tiksee+ fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu* keessaniitti deebitaniittu.