Isaayyaas 11:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+ Isaayyaas 42:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+
11 Guyyaa sanatti Yihowaan, yeroo lammaffaadhaaf saba isaa warra hafan kanneen Asoor,+ Gibxii,+ Phaatros,+ Kuush,+ Eelaam,+ Shinaar,* Hamaatii fi odolawwan galaanaa irraa oolan deebifachuuf ammas harka isaa ni diriirsa.+
10 Isin warri gara galaanaatti gad buutanii fi warri isa keessa guuttan hundi,Isin odolawwanii fi warri isaan keessa jiraattan,+Yihowaadhaaf faarfannaa haaraa faarfadhaa,+Andaara lafaa irraas isa jajadhaa.+