-
Isaayyaas 63:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isaanis guyyoota bara durii,
Bara Musee isa tajaajilaa isaa taʼe sanaa yaadatanii akkana jedhan:
“Inni tiksitoota bushaayee+ isaa wajjin galaana keessaa isaan baase sun eessa jira?+
Inni hafuura isaa isa qulqulluu isa keessa kaaʼe sun,+
-
Hojii Ergamootaa 7:35, 36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Musee isuma isaan, ‘Eenyutu bulchaa fi abbaa murtii godhee si muude?’+ jedhanii ganan sana, Waaqayyo karaa maleekaa harangamaa bobaʼu sana keessatti isatti mulʼate sanaa bulchaa fi fayyisaa godhee isa erge.+ 36 Namichi kun Gibxii keessatti, Galaana Diimaa+ fi lafa onaa keessatti waggaa 40f+ dinqiiwwanii fi mallattoowwan hojjechuudhaan Gibxii keessaa+ isaan baase.+
-
-
-