LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yihowaanis deebisee Museedhaan akkana jedhe: “Jaarsolii Israaʼel keessaa namoota jaarsolii fi abbootii taayitaa sabichaa+ taʼuu isaanii beektu* 70 walitti naaf qabi; achiis gara dunkaana walgaʼiitti isaan fidiitii sii wajjin achi akka dhaabbatan godhi. 17 Anis gad buʼee+ achitti sii wajjin nan dubbadha;+ hafuura isa si irra jiru irraa muraasa fuudhees+ isaan irra nan kaaʼa; isaanis ati kophaa kee akka hin baanneef, baʼaa sabichaa baachuu irratti si gargaaru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi