-
Hisqiʼel 34:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Anumti hoolota koo nan soora;+ anumti akka isaan ciciisan nan godha.+ 16 Isa bade nan barbaada;+ isa karaa irraa gore deebisee nan fida; isa miidhame huccuudhaan nan hidha; isa dadhabe nan cimsa; isa furdatee fi isa cimaa taʼe garuu haxaaʼee nan balleessa. Ani isatti nan murteessa; adaba isaaf malus isa irratti nan dabarsa.”
-