LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 55:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Isin warri dheebottan hundi,+ kottaa! Gara bishaaniitti kottaa!+

      Isin warri maallaqa hin qabne, kottaa, bitadhaatii nyaadhaa.

      Eeyyee, kottaatii maallaqa malee, gatii malees+ daadhii wayinii fi aannan bitadhaa.+

  • Isaayyaas 65:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Kunoo, tajaajiltoonni koo ni nyaatu, isin garuu ni beeloftu.+

      Kunoo, tajaajiltoonni koo ni dhugu,+ isin garuu ni dheebottu.

      Kunoo, tajaajiltoonni koo ni gammadu,+ isin garuu ni qaanoftu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi