- 
	                        
            
            Keessa Deebii 30:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Waaqni kee Yihowaan gara biyya abbootiin kee dhaalaan fudhatanitti si deebisa; atis isa ni dhaalta; innis abbootii kee caalaa badhaadhaa si godha, si baayʼisas.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Zakkaariyaas 10:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 ‘Ani siiqsuudhaan walitti isaan nan qaba;
Isaan nan fura,+ isaanis hedduu ni taʼu,
Baayʼachuu isaaniis ittuma fufu.
 
 -