Isaayyaas 44:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa. Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+ Isaayyaas 51:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+ Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+
22 Ani balleessaa kee akka waan duumessaan haguugameetti,+Cubbuu kees akka waan duumessa cimaadhaan haguugameetti nan haqa. Waanan si furuuf, gara kootti deebiʼi.+
11 Warri Yihowaan fure ni deebiʼu.+ Isaan ililchuudhaan gara Xiyoon ni dhufu,+Gammachuu dhuma hin qabnes ni gonfatu.*+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduun achii ni baqatu.+