Isaayyaas 61:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isaanis diiggaawwan bara durii deebisanii ni ijaaru;Iddoowwan durii warra onanii turan deebisanii ni dhaabu,+Magaalota barbadeeffaman,Iddoowwan dhalootaa hamma dhalootaatti onanii turan deebisanii ni ijaaru.+ Hisqiʼel 36:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Guyyaan yakka keessan hundumaa irraa isin qulqulleessutti magaalonni kan namni keessa jiraatu akka taʼan,+ diiggaawwanis deebiʼanii akka ijaaraman nan godha.+
4 Isaanis diiggaawwan bara durii deebisanii ni ijaaru;Iddoowwan durii warra onanii turan deebisanii ni dhaabu,+Magaalota barbadeeffaman,Iddoowwan dhalootaa hamma dhalootaatti onanii turan deebisanii ni ijaaru.+
33 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Guyyaan yakka keessan hundumaa irraa isin qulqulleessutti magaalonni kan namni keessa jiraatu akka taʼan,+ diiggaawwanis deebiʼanii akka ijaaraman nan godha.+