“Yeroo fudhatama qabutti deebii siif kenneera,+
Guyyaa fayyinaattis si gargaareera;+
Ani sabootaaf kakuu godhee si kennuuf eegumsa siif nan godha,+
Kunis biyyattii deebistee akka ijaartuuf,
Dhaala isaanii isa one akka isaan dhaalchistuuf,+
-
Isaayyaas 51:3
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+
Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+
Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+
Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+
Gammachuunii fi ililchi,
Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+