LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Izraa 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiini torbaffaan+ yommuu gaʼetti, Israaʼelonni* magaalota isaanii keessa utuu jiranii, Yerusaalem keessatti tokko taʼanii walitti qabaman.

  • Ermiyaas 30:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Sababiin isaas, “Kunoo, guyyaan ani saba koo warra boojiʼaman, jechuunis Israaʼelii fi Yihudaa itti walitti qabu ni dhufa”+ jedha Yihowaan; “Gara biyya ani abbootii isaaniitiif kennettis isaan nan deebisa; isaan ammas deebiʼanii ishii ni dhaalu”+ jedha Yihowaan.’”

  • Hisqiʼel 39:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani warra Yaaqoob keessaa boojiʼaman iddootti nan deebisa;+ guutummaa mana Israaʼelittis gara laafina nan argisiisa;+ qulqullina maqaa kootiif nan falma.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi