Keessa Deebii 30:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqni kee Yihowaan wantoota si jalaa boojiʼaman siif deebisa,+ gara laafina sitti argisiisa,+ akkasumas saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneesse hundumaa keessaa deebisee walitti si qaba.+ Hisqiʼel 39:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani warra Yaaqoob keessaa boojiʼaman iddootti nan deebisa;+ guutummaa mana Israaʼelittis gara laafina nan argisiisa;+ qulqullina maqaa kootiif nan falma.*+
3 Waaqni kee Yihowaan wantoota si jalaa boojiʼaman siif deebisa,+ gara laafina sitti argisiisa,+ akkasumas saboota Waaqni kee Yihowaan itti si bittinneesse hundumaa keessaa deebisee walitti si qaba.+
25 “Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani warra Yaaqoob keessaa boojiʼaman iddootti nan deebisa;+ guutummaa mana Israaʼelittis gara laafina nan argisiisa;+ qulqullina maqaa kootiif nan falma.*+