Hoseʼaa 1:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+ Zakkaariyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘“Ani gara laafinaan gara Yerusaalemitti nan deebiʼa,+ manni koos ishii keessatti ni ijaarama”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa, “wadaroon safaraas Yerusaalem irra ni diriirfama.”’+
11 Sabni Yihudaa fi sabni Israaʼel tokkummaadhaan walitti ni qabamu;+ ofii isaaniitiifis dura buʼaa tokko filatanii biyyattii keessaa ni baʼu; sababiin isaas, guyyaan Yezriʼel guddaa ni taʼa.+
16 “Kanaafuu, Yihowaan akkana jedha: ‘“Ani gara laafinaan gara Yerusaalemitti nan deebiʼa,+ manni koos ishii keessatti ni ijaarama”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa, “wadaroon safaraas Yerusaalem irra ni diriirfama.”’+