LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Guyyaa sanatti ati dhugumaan akkana jetta:

      “Yaa Yihowaa, sin galateeffadha,

      Ati natti dheekkamtee kan turte taʼus,

      Dheekkamsi kee suutuma suuta qabbanaaʼeera, atis na jajjabeessiteetta.+

  • Ermiyaas 33:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Yihowaan akkana jedha: ‘Kunoo, guyyaan ani waadaa gaarii mana Israaʼelii fi mana Yihudaa ilaalchisee gale itti raawwadhu ni dhufa.+

  • Zakkaariyaas 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani gara Xiyoonitti nan deebiʼa,+ Yerusaalem keessas nan jiraadha;+ Yerusaalem magaalaa amanamtuu* jedhamtee ni waamamti;+ gaarri Yihowaa Gooftaa Raayyaas gaara qulqulluu jedhamee ni waamama.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi