-
Isaayyaas 12:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni Qulqulluun kan Israaʼel inni gidduu keessanitti argamu guddaa waan taʼeef,
Isin jiraattonni* Xiyoon iyyaa, ililchaas.”
-
-
Yooʼel 3:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Isinis ani Waaqa keessan Yihowaa isa Xiyoon gaara koo ishii qulqulluu irra jiraatu+ taʼuu koo dhugumaan ni hubattu.
-