LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 60:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kana booda biyya kee keessatti jeequmsi

      Yookiin daangaawwan kee keessatti badiisnii fi diigamuun hin dhagaʼamu.+

      Atis dallaawwan kee Fayyina,+ karrawwan kees Jajannaa jettee ni waamta.

  • Naahom 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Kunoo, miilli nama misiraachoo fiduu,

      Kan isa nagaa labsu+ sanaa gaarota irra jira.

      Yaa Yihudaa, ayyaanota kee kabaji,+ wareega kees raawwadhu,

      Sababiin isaas, inni gatii hin qabne sun lammata si keessa hin darbu.

      Inni guutummaatti ni balleeffama.”

  • Zakkaariyaas 14:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Distiin Yerusaalemii fi Yihudaa keessa jiru hundi qulqulluu ni taʼa, kan Yihowaa Gooftaa Raayyaas ni taʼa; warri aarsaa dhiheessan hundi ol seenanii foon affeeluuf isaan keessaa tokko tokkotti ni fayyadamu. Guyyaa sanatti mana Yihowaa Gooftaa Raayyaa keessatti namni biyya Kanaʼaan* lammata hin argamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi