Isaayyaas 52:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda! Roomaa 10:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Utuu hin ergamin hoo akkamitti lallabu?+ Kunis akkuma, “Miilli namoota wantoonni gaggaariin akka dhufan misiraachoo labsanii akkam bareeda!” jedhamee barreeffametti dha.+
7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda!
15 Utuu hin ergamin hoo akkamitti lallabu?+ Kunis akkuma, “Miilli namoota wantoonni gaggaariin akka dhufan misiraachoo labsanii akkam bareeda!” jedhamee barreeffametti dha.+