LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Samii irratti Waaqayyoof ulfinni haa taʼu; lafa irrattis namoota isa biratti fudhatama argataniif nagaan haa taʼu.”

  • Hojii Ergamootaa 10:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Inni karaa Yesuus Kiristoos isa Gooftaa hundumaa taʼee,+ misiraachoo nagaa+ akka isaanii labsuuf ilmaan Israaʼeliif dubbicha ergeera.

  • Efesoon 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Akkasumas, inni dhufee isin warra fagaattanii turtaniifis taʼe warra dhihaatanii jiraniif misiraachoo nagaa lallabe;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi