-
Roomaa 14:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kiristoos sababii kanaaf, jechuunis warra duʼan irrattis taʼe warra jiran irratti Gooftaa taʼuu akka dandaʼuuf duʼeera, deebiʼees jiraateera.+
-
-
Mulʼata 19:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Uffata isaa irratti, eeyyee, gudeeda isaa irratti maqaan, “Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaa”+ jedhu barreeffameera.
-