Yohaannis 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture. Mulʼata 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha:
14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.
14 “Maleekaa gumii Lodooqiyaatiif+ akkana jedhii barreessi: Inni Ameen+ jedhamu, dhugaa baatuu+ amanamaa fi dhugaa+ taʼe, inni uumama Waaqayyoo keessaa isa jalqabaa taʼe+ akkana jedha: