Fakkeenya 8:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yihowaan jalqaba daandii isaa,+Hojiiwwan isaa warra bara durii keessaas isa jalqabaa godhee na uume.+ Qolosaayis 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Inni fakkaattii Waaqayyo isa ijaan hin argamne+ sanaa fi angafa uumama hundumaa ti;+
22 Yihowaan jalqaba daandii isaa,+Hojiiwwan isaa warra bara durii keessaas isa jalqabaa godhee na uume.+