LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Waaqayyo hafuura;+ warri isa waaqeffatanis hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu.”+

  • Yohaannis 10:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Anii fi Abbaan tokko.”*+

  • Yohaannis 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yesuusis akkana isaan jedhe: “Yaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera.+ Maarree ati akkamitti, ‘Abbaa nutti argisiisi’ jetta?

  • 1 Ximotewos 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Mootii bara baraa+ isa hin badne,+ isa ijaan hin mulʼannee+ fi Waaqa tokkicha+ taʼeef kabajnii fi ulfinni baraa hamma bara baraatti haa taʼu. Ameen.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi