Isaayyaas 43:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+ 1 Qorontos 8:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+
10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+ Ana dura Waaqni hin tolfamne,Ana boodas hin jiru.+
4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+