Isaayyaas 52:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda! Naahom 1:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kunoo, miilli nama misiraachoo fiduu,Kan isa nagaa labsu+ sanaa gaarota irra jira. Yaa Yihudaa, ayyaanota kee kabaji,+ wareega kees raawwadhu,Sababiin isaas, inni gatii hin qabne sun lammata si keessa hin darbu. Inni guutummaatti ni balleeffama.”
7 Inni misiraachoo fidu,+Inni nagaa labsu,+Inni wanti gaariin akka dhufu misiraachoo himu,Inni fayyina labsu,Inni Xiyooniin, “Waaqni kee Mootii taʼeera!”+ jedhu miilli isaa gaarota irratti akkam bareeda!
15 Kunoo, miilli nama misiraachoo fiduu,Kan isa nagaa labsu+ sanaa gaarota irra jira. Yaa Yihudaa, ayyaanota kee kabaji,+ wareega kees raawwadhu,Sababiin isaas, inni gatii hin qabne sun lammata si keessa hin darbu. Inni guutummaatti ni balleeffama.”