LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 31:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, Masaraa Hanaanʼel+ irraa jalqabee hamma Karra Golee+ sanaatti guyyaan magaalaan sun Yihowaadhaaf itti ijaaramtu ni dhufa.+ 39 Funyoon safaraa+ kallattiidhaan gara tabba Gaarebitti ol ni baʼa, achiis gara Goʼaatti ni naannaʼa.

  • Hisqiʼel 40:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Mulʼata Waaqayyo biraa dhufeen gara biyya Israaʼelitti na geessee gaara baayʼee dheeraa taʼe tokko irra na kaaʼe;+ gaara sana irras kallattii kibbaatiin wanti magaalaa fakkaatu tokko jira ture.

      3 Yommuu inni achi na geessus nama bifti isaa sibiila diimaa fakkaatu tokko nan arge.+ Innis wadaroo quncee talbaa irraa tolfamee fi shomboqqoo safaraa* harka isaatti qabatee+ karra irra dhaabbatee ture.

  • Zakkaariyaas 2:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Anis ol jedhee yommuun ilaalu namicha wadaroo safaraa+ harka isaatti qabate tokko nan arge. 2 Kanaafuu, “Eessa dhaqxa?” jedheen isa gaafadhe.

      Innis, “Dalga ishii fi dheerina ishii beekuuf, Yerusaalemiin safaruufan dhaqa”+ jedhee deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi