LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Eliyaashiib+ inni luba ol aanaa taʼee fi obboloonni isaa warri luboota taʼan Karra Hoolaa+ ijaaruuf kaʼan. Isaanis isa ni qulqulleessan;*+ balbaloota isaas itti hojjetan; hamma Masaraa Meʼaatti,+ hamma Masaraa Hanaanʼelittis+ isa ni qulqulleessan.

  • Zakkaariyaas 14:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Geebaa+ irraa kaasee hamma Rimoon+ ishii Yerusaalem irraa kallattii kibbaatiin argamtutti guutummaan biyyattii akka Arabaa+ ni taati; ishiin iddoo ishii duriitti ni kaati, namoonnis ishii keessa ni jiraatu;+ isaanis Karra Biiniyaam irraa kaasee+ hamma iddoo Karra Jalqabaatti, hamma Karra Goleetti, akkasumas Masaraa Hanaanʼel irraa kaasee+ hamma iddoo cuunfaa wayinii mootichaatti achi ni jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi