- 
	                        
            
            Yohaannis 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
2 Yerusaalem keessa Karra Hoolaa+ bira bishaan kuufamaan Afaan Ibrootaatiin Beetazaataa jedhamu tokko jira ture; naannoo bishaan sanaa daandiiwwan baaxii qaban shan jiru turan.
 
 -