LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 12:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo dallaawwan Yerusaalem eebbifamanitti, isaan siimbaalii,* meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaatti fayyadamanii faarfannaa galataa dhiheessaa,+ eebba sana gammachuudhaan akka kabajaniif bakka jiraatan hundumaa irraa barbaadanii Leewwota gara Yerusaalemitti ni fidan.

  • Isaayyaas 44:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Waaʼee Qiirosis,+ ‘Inni tiksee koo ti,

      Fedhii koo hundumaas guutummaatti ni raawwata’+ nan jedha;

      Waaʼee Yerusaalem, ‘Ishiin deebitee ni ijaaramti,’

      Waaʼee mana qulqullummaas, ‘Buʼuurri kee ni kaaʼama’+ nan jedha.”

  • Ermiyaas 30:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yihowaan akkana jedha:

      “Kunoo, ani warra dunkaanota Yaaqoob keessaa boojiʼaman walitti nan qaba,+

      Godoowwan qulqulluu isaatiifis nan gadda.

      Magaalattiin tabba ishii irratti deebitee ni ijaaramti,+

      Masaraan cimaan sunis iddoo isaa isa sirrii taʼe irra ni dhaabbata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi