-
Faarfannaa 84:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Yihowaan warra amanamummaadhaan deddeebiʼan,
Wanta gaarii tokko iyyuu hin dhowwatu.+
-
-
Filiphisiyus 4:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Waaqni koos akka badhaadhina isaa isa ulfina qabeessaatti wanta isin barbaachisu hunda karaa Kiristoos Yesuus guutummaatti deebisee isiniif kenna.+
-