LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 33:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yaa Israaʼel, ati gammadaa dha!+

      Sabni akka kee+

      Yihowaa biraa fayyina argate eenyu?+

      Inni gaachana+ eegumsaa kee,

      Goraadee kee isa ulfina qabeessa taʼe dha.

      Diinonni kee si duratti ni hollatu,+

      Atis dugda* isaanii irra ni ejjetta.”

  • 2 Saamuʼel 22:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Waaqni koo qarsaa+ koo isan koolu itti galu dha;

      Inni gaachana+ koo, gaanfa* fayyinaa koo* fi iddoo amansiisaa ani kooluu itti galu* dha;+

      Inni iddoo ani itti baqadhuu+ fi fayyisaa koo ti;+ jeequmsa irraa kan na oolchus si’i.

  • Faarfannaa 144:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni isa jaalala amanamaa natti argisiisuu fi isa dahoo koo taʼe dha,

      Inni iddoo amansiisaa ani kooluu itti galuu* fi isa na oolchu,

      Gaachana koo fi isa ani gaaddisa godhadhe dha,+

      Inni saboonni akka anaaf bitaman godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi