Faarfannaa 27:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa? Isaayyaas 12:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+
27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti. Eenyuunan sodaadha?+ Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+ Eenyutu na naasisa?
2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+ Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+