LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 12:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kunoo, Waaqayyo fayyisaa koo ti.+

      Ani amanannaa qaba, homaas hin sodaadhu;+

      Sababiin isaas, Yaah* Yihowaan cimina koo fi jabina koo ti,

      Inni fayyisaa koo naaf taʼeera.”+

  • Luqaas 1:46, 47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Maariyaamis akkana jette: “Lubbuun koo* Yihowaa* jajatti;+ 47 garaan koos Waaqa isa Fayyisaa koo+ taʼetti baayʼee gammada;

  • Tiitoo 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, gaarummaan Waaqa+ keenya isa Fayyisaa keenya taʼe sanaa fi jaalalli inni ilmaan namootaatiif qabu yommuu mulʼifamu

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi