-
Isaayyaas 43:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan,
Inni Qulqulluun kan Israaʼel, Fayyisaa kee ti.
Ani Gibxii furii godhee siif kenneera,
Itoophiyaa fi Seebaas bakka kee kenneera.
-
-
Tiitoo 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 haa taʼu malee, yeroo ofii isaatii murteessetti karaa hojii lallabaa akka beekamu godhe; hojiin kunis ajaja Waaqayyo isa Fayyisaa keenyaatiin imaanaadhaan natti kennameera;+
-
-
Yihudaa 25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Waaqa tokkicha isa karaa Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos Fayyisaa keenya taʼeef, ulfinni, guddinni, jabinnii fi aangoon bara darbe hundumaaf, ammaa fi bara baraaf haa taʼu. Ameen.
-