Keessa Deebii 31:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+ Keessa Deebii 31:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yihowaan si dura ni deema; yeroo hundumaas sii wajjin ni taʼa.+ Inni si hin dhiisu, si hin gatus. Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.”+
6 Onnadhaa, cimaas.+ Isinii wajjin kan deemu Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef, isaan duratti hin sodaatinaa yookiin hin romʼinaa.+ Inni isin hin dhiisu, isin hin gatus.”+
8 Yihowaan si dura ni deema; yeroo hundumaas sii wajjin ni taʼa.+ Inni si hin dhiisu, si hin gatus. Hin sodaatin yookiin hin jeeqamin.”+