Lakkoofsa 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin garuu Yihowaa irratti hin fincilinaa; namoota biyyattiis hin sodaatinaa;+ sababiin isaas, nuti akkuma buddeenaatti isaan ni nyaanna.* Eegduun isaanii isaan dhiiseera; Yihowaan nuu wajjin jira.+ Isaan hin sodaatinaa.” Keessa Deebii 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 isaan hin sodaatin.+ Wanta Waaqni kee Yihowaan Faraʼoonii fi guutummaa Gibxii irratti raawwate yaadadhu;+
9 Isin garuu Yihowaa irratti hin fincilinaa; namoota biyyattiis hin sodaatinaa;+ sababiin isaas, nuti akkuma buddeenaatti isaan ni nyaanna.* Eegduun isaanii isaan dhiiseera; Yihowaan nuu wajjin jira.+ Isaan hin sodaatinaa.”
18 isaan hin sodaatin.+ Wanta Waaqni kee Yihowaan Faraʼoonii fi guutummaa Gibxii irratti raawwate yaadadhu;+