LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yihowaan ifa+ koo fi fayyisaa koo ti.

      Eenyuunan sodaadha?+

      Yihowaan lubbuu kootiif dahoo dha.+

      Eenyutu na naasisa?

  • Isaayyaas 60:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan ifa bara baraa,+

      Waaqni kee miidhagina kee waan siif taʼuuf,+

      Kana booda guyyaa aduun ifa siif hin kennitu,

      Halkanis addeessi ifa siif hin kennitu.

      20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+

      Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+

      Kana booda aduun kee hin lixxu,

      Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi