Faarfannaa 36:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ati madda jireenyaa ti;+Ifa keetiin ifa arguu dandeenya.+ Isaayyaas 60:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+ Mulʼata 21:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ulfinni Waaqayyoo waan ishiidhaaf ibsuuf,+ Hoolichis ibsaa ishii waan taʼeef,+ aduunis taate addeessi ishiidhaaf ibsuun isaan hin barbaachisu. Mulʼata 22:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana booda halkan hin jiraatu;+ Waaqni keenya Yihowaan* ifa waan isaan irratti ibsuuf,+ ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaan baraa hamma bara baraatti mootota taʼanii ni bulchu.+
60 “Yaa dubartii nana, ifni kee waan dhufeef, kaʼi,+ ifa kee ibsi. Ulfinni Yihowaa si irratti ni ifa.+
23 Ulfinni Waaqayyoo waan ishiidhaaf ibsuuf,+ Hoolichis ibsaa ishii waan taʼeef,+ aduunis taate addeessi ishiidhaaf ibsuun isaan hin barbaachisu.
5 Kana booda halkan hin jiraatu;+ Waaqni keenya Yihowaan* ifa waan isaan irratti ibsuuf,+ ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaan baraa hamma bara baraatti mootota taʼanii ni bulchu.+