LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis uummanni walitti makamee*+ fi isaan gidduu ture sun fedhii ofittummaa qabu ni ibse;+ Israaʼelonnis akkana jedhanii booʼuu jalqaban: “Foon nyaannu eenyutu nuuf kenna?+

  • Keessa Deebii 9:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Kana boodas, isin Taaberaa,+ Maasaa+ fi Qibroot Hataawaatti+ Yihowaa ni dheekkamsiistan.

  • 1 Qorontos 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Akkuma isaan wanta hamaa hawwan nutis wanta hamaa akka hin hawwineef, wantoonni kun fakkeenya nuuf taʼaniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi