- 
	                        
            
            Baʼuu 12:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
37 Achiis Israaʼelonni ijoollee utuu hin dabalatin dhiironni lafoon gara 600,000 taʼan+ Raamsees+ keessaa baʼanii gara Suukootitti+ qajeelan. 38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Leewwota 24:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
10 Namichi haati isaa nama biyya Israaʼel taatee fi abbaan isaa nama biyya Gibxii taʼe tokko Israaʼelota gidduu jiraata ture;+ achiis innii fi namichi biyya Israaʼel tokko buufaticha keessatti wal lolan.
 
 -