-
Uumama 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda alatti gad isa baasee, “Yoo dandeesse, maaloo, gara samiitti ol ilaaliitii urjiilee lakkaaʼi” isaan jedhe. Achiis, “Sanyiin kees akkanuma ni taʼa”+ isaan jedhe.
-
-
Lakkoofsa 2:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Kanneen kun Israaʼelota akka manneen abbootii isaaniitti galmeeffamani dha; warri buufaticha keessatti raayyaa waraanaa keessatti galmeeffaman walumaa galatti 603,550 turan.+
-