LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+

  • Keessa Deebii 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Waaqni keessan Yihowaan isin baayʼiseera; isinis kunoo harʼa akka urjiilee samii baayʼee hedduu taataniittu.+

  • Roomaa 4:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Wanti abdachuuf sababa taʼu jiraachuu baatus, Abrahaam abdii isaaf kenname irratti hundaaʼee, “Sanyiin kees akkanuma ni taʼa”+ jedhamee akkuma itti himame abbaa saboota hedduu akka taʼu amaneera.

  • Ibroota 11:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, nama akka duʼetti lakkaaʼamu+ tokko irraa, ijoolleen akka urjiilee samii lakkoofsi isaanii baayʼee taʼee fi akka cirracha qarqara galaanaa lakkaaʼamuu hin dandeenye+ dhalataniiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi