-
Uumama 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sana booda alatti gad isa baasee, “Yoo dandeesse, maaloo, gara samiitti ol ilaaliitii urjiilee lakkaaʼi” isaan jedhe. Achiis, “Sanyiin kees akkanuma ni taʼa”+ isaan jedhe.
-
-
Ibroota 11:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Abrahaam yeroo qorametti,+ amantiidhaan Yisihaaqiin aarsaa godhee dhiheessuuf jedhee ture; namni waadaawwan sana gammachuudhaan fudhate kun, ilma isaa isa tokkicha aarsaa godhee dhiheessuuf yaalii godhe;+ 18 kana kan godhes, “Inni sanyii kee jedhamee waamamu karaa Yisihaaq dhufa”+ jedhamee utuu jiruu ti.
-