-
Uumama 22:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Dhuma irrattis bakka Waaqni dhugaan isatti argisiise sana bira gaʼan; Abrahaamis bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree achi irratti qoraan tarreessee wal irra naqe. Harkaa fi miila Yisihaaq hidhees iddoo aarsaa sana irratti qoraanicha irra isa ciibse.+ 10 Achiis Abrahaam ilma isaa qaluuf harka isaa hiixatee halbee* sana fudhate.+
-