-
Yohaannis 10:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ani deebisee akkan argadhuuf, lubbuu koo dabarsee nan kenna;+ Abbaan kan na jaallatu kanaafi.+ 18 Anumatu ofii kootiin kakaʼee lubbuu koo dabarsee kenna malee, eenyu iyyuu ana irraa hin fudhatu. Ani lubbuu koo dabarsee kennuuf aangoo qaba, deebisee fudhachuufis aangoo qaba.+ Ajaja kana Abbaa koo irraan fudhadhe.”
-