23 Namichi kun akkuma Waaqayyo murteessee fi dursee beekeen dabarfamee kenname;+ isinis harka namoota hamootiin muka irratti fannistanii isa ajjeestan.+ 24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+