LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Bakka Buʼaa jireenyaa Isa Guddaa garuu ni ajjeestan.+ Haa taʼu malee Waaqayyo duʼaa isa kaase; nutis kanaaf ragoota dha.+

  • Roomaa 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 kanaa mannaa, Waaqa isa Yesuus Gooftaa keenya duʼaa kaase sanatti waan amannuuf, nu warra akka qajeelotaatti lakkaaʼamneefis kan barreeffame dha.+

  • 1 Qorontos 6:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Haa taʼu malee, Waaqayyo Gooftaa duʼaa kaaseera,+ nuunis humna isaatiin+ duʼaa ni kaasa.+

  • Qolosaayis 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, isin cuuphaa isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan;+ walitti dhufeenya isaa wajjin qabdaniinis amantii humna Waaqa isa duʼaa isa kaase+ sanaa irratti qabdaniin isaa wajjin duʼaa kaataniittu.+

  • Ibroota 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Waaqni nagaa inni tiksee hoolotaa isa guddicha+ jechuunis, Gooftaa keenya Yesuusiin dhiiga kakuu bara baraa wajjin duʼaa kaase,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi