Roomaa 8:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ammas hafuurri isa Yesuusiin duʼaa kaase sanaa isin keessa yoo jiraate, inni Kiristoos Yesuusiin duʼaa kaase sun,+ karaa hafuura isaa isa isin keessa jiraatu sanaan qaama keessan isa duʼuuf jireenya ni kenna.+ Efesoon 1:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 akkasumas humni guddaan inni nu warra amanneef kenne hunda irra kan caalu akka taʼe akka beektaniifi.+ Humni kun hojii jabinni isaa inni guddaan raawwateen mulʼateera; 20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+
11 Ammas hafuurri isa Yesuusiin duʼaa kaase sanaa isin keessa yoo jiraate, inni Kiristoos Yesuusiin duʼaa kaase sun,+ karaa hafuura isaa isa isin keessa jiraatu sanaan qaama keessan isa duʼuuf jireenya ni kenna.+
19 akkasumas humni guddaan inni nu warra amanneef kenne hunda irra kan caalu akka taʼe akka beektaniifi.+ Humni kun hojii jabinni isaa inni guddaan raawwateen mulʼateera; 20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+