Hojii Ergamootaa 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+ Hojii Ergamootaa 13:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Waaqayyo garuu duʼaa isa kaase;+ 1 Pheexiros 1:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Isin Waaqayyo irratti amantii fi abdii akka qabaattaniif,+ karaa isaa, Waaqa isa duʼaa isa kaasee+ fi ulfina isaaf kennetti+ amantaniittu.
24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+
21 Isin Waaqayyo irratti amantii fi abdii akka qabaattaniif,+ karaa isaa, Waaqa isa duʼaa isa kaasee+ fi ulfina isaaf kennetti+ amantaniittu.