Ibroota 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, Yesuus inni xinnuma maleekota irraa gad taʼee ture,+ dhiphatee duʼuu isaatiin amma ulfinaa fi kabaja gonfatee argina;+ kunis kan taʼe, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin kan kaʼe tokkoon tokkoon namaatiif duʼa akka dhandhamuufi.+
9 Haa taʼu malee, Yesuus inni xinnuma maleekota irraa gad taʼee ture,+ dhiphatee duʼuu isaatiin amma ulfinaa fi kabaja gonfatee argina;+ kunis kan taʼe, gaarummaa Waaqayyoo isa guddaatiin kan kaʼe tokkoon tokkoon namaatiif duʼa akka dhandhamuufi.+