Hojii Ergamootaa 2:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+ Efesoon 1:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 akkasumas humni guddaan inni nu warra amanneef kenne hunda irra kan caalu akka taʼe akka beektaniifi.+ Humni kun hojii jabinni isaa inni guddaan raawwateen mulʼateera; 20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+
24 Haa taʼu malee, duuti qabee isa hambisuu waan hin dandeenyeef,+ Waaqayyo aangoo* duʼaa jalaa isa gadhiisisee duʼaa isa kaase.+
19 akkasumas humni guddaan inni nu warra amanneef kenne hunda irra kan caalu akka taʼe akka beektaniifi.+ Humni kun hojii jabinni isaa inni guddaan raawwateen mulʼateera; 20 inni humna kanaan Kiristoosiin warra duʼan keessaa kaasee iddoowwan samii keessatti karaa mirga isaa akka taaʼu godheera;+